Keessa namaa dhugaadhaan madaalaa
Keessa namaa dhugaadhaan madaalaa
Fuula miti inni laphee ilaalaa
Kan nuu sooruu maadii isaan dhufneerraa
Uummaan keenya yoommu nuu gargaraa
Hoo'aa nyaadha dhugaattichi
Foonniif dhiiga kee kan nuuf laatte
Guyyaa gaaf jimmata fannoo irratti fannifamtee
Lubbuu kee nuuf jette kan dabarsittee
Namni hin hubaanne jaalala waaqayyoo
Nuttiif dhiphaate galee kiyyoo
Jaalalaa Waaqayyoo maalumattif irranfannaa
Otoo inni nuuf hin dunee silaa yoonan badnaa
Addaam isa badee kan barbaadee
Mallaattoon garbummaa gooftaan badee
Jaalalaa nuuf qabu fannoo irratti nuuf mul'isee
Ijoollee Addaam hundaa bilisaa baasee
Namni hin hubaanne jaalala waaqayyoo
Nuttiif dhiphaate galee kiyyoo
Jaalalaa Waaqayyoo maalumattif irranfannaa
Otoo inni nuuf hin dunee silaa yoonan badnaa