Obsinee Dadhabnee

Category > Faarfannaa
681cab6554c99.jpg
Posted on > 2025-05-08 00:00:00 Posted by > Yoseph Tena

Obsinee dadhabnee in ga’eem kanarraa
Abdiisoo dhabnerraa kan abdaanne biraa
Ati jirtaa miti maaf caaldhistee gooftaa
Yoomutti awallamuu dhugaan kan namoota

Obsinee dadhabnee in ga’eem kanarraa
Abdiisoo dhabnerraa eeggannee namarraa
Hundaa kan dandeessuu nuuf dirmadhuu gooftaa
Mee maaliif dhokkattee dhugaan kan namoota

Waaqa keenya ati kannaaf sitti boonyaa
Ijoollee koo jette atis abbaa keenya
Nuu nuffittee moorree maalii badiin keenya
Ilaaluu dadhabnee Iyyeesuus dhiphuu sabaa kenya

Olmaafi goochaa gooftaa Maariyaam kan hubaatte
Mana Simi’oon deemte shiitoo harkaatti baatte
Ati cubbaamtudha ol seenuun sin ta’uu
Jechuun didee dhabee Simi’oon Waaqni osoo dhaga’uu

Bitnii mirgaa hin ta’uu mirgii mirguummaadha
Keenyaa garuu maalii kan waal yakkees nuudha
Imanaa abboottaarraa eebbaan kan fuudhannee
Gooftaa barbaadudhaf maaliif gidirfamnee

Please Login / register to comment!

Related Posts

681dfe72b60b6.jpg
Aniif Manni Koo Waaqayyoon Waaqessinaa

Aniif manni koo waaqayyoon waaqessinaa(2) Isatti amannee abdii godhanee gochasaa dhugaa baanaa (2) ...

Read More
681b100b234f2.jpg
MAARAANAATAA

Ni bari'aa dukkannii hunduu ni ifaa Barrii gaddaa bo'ichii hunduu ni hafaa Mirgaa dhabee dhugaan a ...

Read More
681df034aead0.jpg
Kan akka waaqayyo arjooman eenyudhaa

Kan akka waaqayyo arjooman eenyudhaa Kan akka waaqayyo olaanaan eenyudhaa Ilil jedhaa galataaf dha ...

Read More
67b9ecf6a7967.png
Ni jedha lapheenKoo/ይላል አደበተ/

Ni jedha lapheenKoo/ይላል አደበተ/ Ni jedha lapheen koo Gooftaan Qulqulluudha Akka wa ...

Read More
681b481a45843.jpg
Barootaa baraan jijjiirta baraan jijjirta!

Barootaa baraan, jijjiirta baraan jijjirta, Hundumaa ni dabarsitaa, ni dabarsitaa — Ulfaadhu Moo ...

Read More
681b54908085b.jpg
Ano nan Boonaa Waaqa Koonii

Ano nan boonaa waaqa koonii Kan naa jaallatee tolaa akkanaanii Anarraa qabdaa oolmaa guddaa Hunda ...

Read More
681ca2cae6b88.jpg
WAAQUMMAAN KEE DHUGAADHA

Waaqummaa kee dhugaa dha hin haalamu Akkeenyi kee jaalala hin qoratamu Duris turtee ni jiraataa at ...

Read More
681cae5cb3763.jpg
Yaa Gooftaa danda'aa koo

Yaa Gooftaa danda'aa koo (2x) Ati beektaa waa'ee koo Kan koo si qofaadha abdiin koo Gara keen i ...

Read More
681b40d2d3453.jpg
Galata Waaqayyoo

Galata Waaqayyoo Kan yoonaan nu gaa’ee Umurii nuuf dabalee, jireenyaaf nu yaade, Eebbaafi jaa ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.