Gaabbii diide lapheenkoo

Category > Gaabbii Song by > F/taa Darajjee Jimaa
67e4413819fd1.jpg
Posted on > 2025-03-26 00:00:00 Posted by > Web Master

Gaabbii diide lapheenkoo
Kattaarra jabaatera.
Gatii dhiigan nabituukee
Oolmakee dagateera.
Ati qajeelchi uumakoo
Sagaleekeen qulqulleessi.
Isaa darbee naaf dhiisitoo
Isaa dhufuufi ati na cimsii

Akka hiyyeessatitti
Samiirra gad bu'uu kee.
Fannoo gubbaa olbaate
Fayyinaa nuf kennuukee.
Kana hunda dagatee
Oolmakee yoom yaadata.
Cabee siif ajajamuuf
Yoom fuulakee dhaabbata.

Barottan koo baayyeesaa
Sirerrattin dabarsee.
Lafan nama dhabetti
Gooftaa sit na fayyisee.
Oolmaa kee gaafasii
Hundumaasaa dagatee.
Harki koo si reebudhaf
Abbaakoo yoom salfatee?

Isa kalee dhiisee
Kan har'a gaarii hojjetu.
Kennaa awwaale baasee
Isa firii buufatu.
Na taasisi in dandeessa
Cabsi dhagaa lapheekoo.
Jecha keen na waldhaani
Naaf haaressi keessa koo.


Play On Telegram

Please Login / register to comment!

Related Posts

Amma reefan ba'e dukkanaa

Amma reefan ba'e dukkanaa  Mana kee ergan jiraadhee Si waliin tola hundumtuu Kanaafan sittti ba ...

Read More
67d90622981cd.jpg
F/taa Dn Badhaasaa Boonsaa

Iyyesuus Kiristos daandii dhugaadha Hundaa danda’a mootii moototaadha Uumaa uumamtootati maal Da ...

Read More
67d55b7cee6e4.jpg
Oolmaan kee anaaf baay'eedha

Oolmaan kee anaaf baay'eedha Jaalalli kee goofta ajaa'ibadha Kanaaf siinan dhaadadha kan akka kee ...

Read More
681ca54d998c9.jpg
Fannoorratti

Fannoorratti (x2) arge waaqakoo Jaalalakoof jedhee salphate Abbaankoo Jaalala koof jedhee salphate ...

Read More
67e06c3f3c76a.jpg
Mi'eeffadhee argeera jaalala kee

Mi'eeffadhee argeera jaalala kee Nan galateeffadha Waaqakoo maqaa kee Afaankoo galataaf naaf saaqa ...

Read More
681b4aac77828.jpg
Imimmaanii fi jilbaani

Imimmaanii fi jilbaani sin galateeffadha ani, Oolmaa keetu garaa na raasaa. Abbaa koo, gatii kee a ...

Read More
681b116fc0c53.jpg
Akkaa Arjummaa Keetti

Akkaa arjummaa kettii Maaloo naa faayyisii(×2) Akkaa araraa keettii Dhifamaa naaf godhii Dhifam ...

Read More
67da5704334cd.jpg
Waa’ee koof madoofte dhiigdeem dirra keeirraa

Waa’ee koof madoofte dhiigdeem dirra keeirraa Ba’aa koo naaf baatte oolte fannoo kee irraa Gar ...

Read More
67f20e0227746.jpg
Murtii du'a kootii situ bakka buufame

Murtii du'a kootii situ bakka buufame Mataakee bareeda Doreen itti gonfame Qullaakoo dhoksuudhaaf ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.