Maariyaam Maariyaam Jenne
Yoseph Tena
May 8, 2025
1675 Views
"
Maariyaam Maariyaam jenne yoo faarsinee Giiftii keenyaa
Haadha nageenya haadha qulqullootaa
Maariyaamiin haadha hunda keenya
Biqiltuu Phaaxoos laalistun sidhaatti
Giiftiin Maariyaam haadha hundummaatti
Haadha isheenoo haadha
Nun shakkisisuu dhugummaa haadha
Gonfoo Soolomon galmee Milkiyaasii
Dubroo Mariyaam ati nu araarsii
Haadha isheenoo haadha
Nun shakkisisuu dhugummaa haadha
Fiinotaa Loozaa yaabbanoo Waarqeetti
Bagannaa Daawit Maasenqoo Iziraatti
Haadha isheenoo haadha
Nun shakkisisuu dhugummaa haadha
Faarsaa guutuu argachuuf?
Faarsaa kana fi barumsa biraa hedduu sagaleen (audio) argachuuf appii keenya buufadhaa.
Appii Keenya Buufadhu