Ija kan kootti ati Maariyaamii

Category > Maariyaam
681c9adbc4a32.jpg
Posted on > 2025-05-08 00:00:00 Posted by > Yoseph Tena

Ija kan kootti ati Maariyaamii
Agartuu kootti ati Maariyaamii
Dhiphinii kan koo sin tarerra
Hir'uu mana koo sittu naaf argeerra

Kan si waamate maaltu itti hanqatta
Waan hir'ina isaa asummaa argaatta
Gola Dookimaas kan guute eebbaa kee
Naafis haadha koo naaf kadhuu ilma kee

Dukkanis darbee ifa kee argerra
Araarsummaa kees hubadhe barrerraa
Amma hin qaana'uu amma hin sodaadhu
Borus haadha koo madii koo dhaabbadhu

Bufadheen jira ba'aa bara dheeraa
Eebbaf gammachuu sirra argadherraa
Rakkina kan koo ati na dursitte
Qooqni koos Maariyaam kuno si faarsitte

Sin irraanfadhuu olmaa kee hin dagadhuu
Ilma kee faarsee maqaa keen lagadhuu
Anis sin waamaa si achii dhaloota
Maqaa kee ol kaase akkumaa abboota

Please Login / register to comment!

Related Posts

67b9ebd193eff.jpg
Ulee Aaroni gonfoo Salamoon

Ulee Aaroni gonfoo Salamoon (2) Dunkaana Abrahamii (2) Dubree Maariyaamii Galma Milkiyaasii ba ...

Read More
681e08964f287.jpg
Maal jedheen hima arjummaa kee

Maal jedheen hima arjummaa kee Dubbadhee hin fixu gaarummaa kee Tasumaa na hin danda’u garaan k ...

Read More
681b55708374e.jpg
Galanni Siif Haa Ta'u

Oolmaa kee yaadannaan garaa koo na raasee, Akkan si faarfadhuuf afuura qulqulluun kadhadha baay’i ...

Read More
681dfe15b2bc1.jpg
Maariyaam Maariyaamiin jedha

Maariyaam maariyaamiin jedhaa Giiftii koo Ani siin waammadhaa Rakkoon koo Martinuu tareeraa H ...

Read More
67c35a41b4962.jpg
Latiin jirmaa qabaa kan irraa dhalatee

Latiin jirmaa qabaa kan irraa dhalatee Jirmiis ni jiraataa hundee jabeeffatee Latiin bara kana had ...

Read More
67c442c45540b.jpg
Kennaa Waaqa Keenyaa

Fannoo jala si argannee kennaa Waaqa keenyaa Nagaan si haa ta'u Maariyaam ati haadha keenyaa Nag ...

Read More
681b5cb3be3f6.jpg
Da'oo keenya isheen

Da'oo keenya isheen haati gooftaa keenyaa(2x) Kadhannaa isheettinni lafa yaadne geenyaa (2x) Da' ...

Read More
67be1aec26029.png
Jaalalli kiristoos kan galeef

Jaalalli kiristoos kan galeef Maariyaam sii jaallata (*2) Haadha waaqa koo jedhee sii farfaatta ...

Read More
681df7041e13e.jpg
Maal jedhen himaa arjumaa kee

Maal jedhen himaa arjumaa kee Dubbadhe hin fixu gaarumma kee Tasuma hin danda’u garaan koo Sira ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.