Kan Waaqayyoon tokko godhe
Web Master
May 8, 2026
770 Views
Listen to Audio
Premium Quality
"
Namni akkamiin gargar baasa Gammadanituu jiraatu
Eebba gooftarra argatu /2/
Foonii fi dhiiga isaatinii
Tokko ta'anii isaanii
Kanaa booda lama miti
Isaan akka nam tokkoti
Addam qofa ta'uun isaa
Gaarii hin ta'u jireenyi isaa
Akka ulfannef qorumsisaa
Yoo tokko kufe tokkot kaasa
Biyya qaanaa galiilatti
cidha dookimaas irratti
Argamee eebbise Gooftaani
Maariyaam haadha isaa wajjinii
Eebbifamaadha cidhi isaani
Kan tokko ta'an Misirroonni
Qorumsa heddu irra darbanii
Ulfina kanaaf kan ga'anii
Faarsaa guutuu argachuuf?
Faarsaa kana fi barumsa biraa hedduu sagaleen (audio) argachuuf appii keenya buufadhaa.
Appii Keenya Buufadhu