Na ilaali maaloo Anoo nama hin qabuu

67cb317d52f6e.jpg
Posted on > 2025-03-07 00:00:00 Posted by > Web Master

Na ilaali maaloo Anoo nama hin qabuu
Of biraatiin dhabee namaa ol na qabuu
Beekumsii fi humni koo sihidha Abdiin koo
Na bira hin darbiinii na fayyisi Uumaa koo

Beela'ee dheebodhee yoon bules agabuu
Mar'imaan koo maree yemmuu ittiin gaggabuu
Nama si waammatee sihi kan qaqqabuu
Maaloo na gargaarii anoo nama hin qabuu

Jaamaadha naan jedhee hundumtuu na gatee
Anis naman dhabee namnis natti haammatee
Boolla dukkanaatti gadi na darbatuu
Si qofaadha gooftaa kan na fayyifatuu

Si barbaachuun dhufee mana kootii ka'ee
Si arguun barbaadee mukaattan ol bahee
Na dura goraanii na dhoksu fuula kee
Anoo nama hin qabuu naa fayyisii malee

Nama of biraa dhabee yoon dhabes fayyinaa
Fayyuu osoon barbaaduu ciisee bishaan cinaa
Dhukkubsadhee ciisee waggoota hedduu kanaa
Fayyi gali jettee deemi gara manaa

Please Login / register to comment!

Related Posts

681c7ed3a117a.jpg
Ani dhiiseerraa bo'iichaa koo

Ani dhiiseerraa bo'iichaa koo Naaf qoreerraa imimmaan koo Abbaa koo waamee ani waaqa koo Furmaata ...

Read More
681e384dc5722.jpg
Suuraan koo taasa sin malee hin miidhaguu

Suuraan koo taasa sin malee hin miidhaguu Abbaa akka kee taasumaa eessan arguu Mudaan qabuu erga a ...

Read More
67c02441d7a54.jpg
Naa caalee yaa gooftaa oolmaan kee

Naa caalee yaa gooftaa oolmaan kee Akkamiin deebisuu gatii kee Naa moo’ateerra hoo jaalalli kee ...

Read More
67bac754b3eb8.jpg
Nan yaadadha hin dagadhu

Nan yaadadha hin dagadhu Garaa kamiin irraanfadhu Jaalala keef umuriin koo Aarsa ta'uu imimmaan k ...

Read More
Hin dukkanaa'uu abdiin koo

Hin dukkanna'uu abdiin koo Utoon sin qabu Waaqa koo Iddoon kufeetti hin hafuu nan ka'aa Qabsoo ji ...

Read More
681ca19d37bbe.jpg
Mogoleen Koo Iyyeesuus Si'in Naaf Jabaatee

Mogoleen Koo Iyyeesuus Si'in Naaf Jabaatee Dadhabii keen, namummaan koo humnaa godhattee, Maqaa ke ...

Read More
681cb32dbf0bd.jpg
Gooftaa situ naaf lola diina koo

Gooftaa situ naaf lola diina koo Ano hin danda’uu sidha humni koo Warri Sooriyaa midhaaf fiiga ...

Read More
682774cb91c6a.jpg
Dugda diinoota koo kan naaf bitte furii lubbuu Koo

Dugda diinoota koo kan naaf bitte furii lubbuu Koo Marga lalisaas kan naaf taate ati waaqakoo Yenn ...

Read More
681b32357a5e6.jpg
Qoricha Addunyaa

Iyyasuus qoricha addunyaa Du'a keen nuuf laatte jireenya Oolma keetif mal siif deebisnaa Galataa ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.