Akkaa arjummaa kettii
Maaloo naa faayyisii(×2)
Akkaa araraa keettii
Dhifamaa naaf godhii
Dhifamaa naaf keennii
Cubburraa naa dhiqii
Yakkaa koo bay'eerraas
Badii koo hundarraa
Cubbuu haamtuu sanaa
Bitamaa akkaa hin taane(×2)
Aniis balleessaa koo
Badii koos nan beeka
Badii koo yeroon beeku
Gonkaa kan naa fayyisuu
Arjuummaa keetii hoo(×2)
Si qofattiin yakkee
Hammeenyaas raawwadhee
Badiis nan hojjedhee
Maaloo ammaa naaf dhiisii
Si durattiin kufee
Fulduuraa keettii kufee
Fulduraa keettii kuufe
Yeroon si kadhadhuu
Yommuun si waammadhuu
Kufaati koo ilaalii
Yaa waqaayyoo ifaa
Yaa waqayyoo nagaa
Ammaas nuuf ebbisii
Biyyaa keenyaatinii
Itiyoophiyaatinii
Goftaa koo nuuf ergii
Afuuraa qulqulluu
Durbee maariyaaminii
Ammaas nuuf dhagaahii
Kadhaannaa keenyasii
Iyyannaa keenyasii
Yaa gooftaa nuu ergii
Qulqulluu mikaa'eeli
Qulqulluu gabri'eelii