Yoomu hin irraanfadhu garaa koo naa nyaata Kan ati naaf oltee guyyaa gaaf jimaata Sin malee hin qabu fayyisaa lubbuu koo Dhumaa koo bareechi maaloo yaa waaqa...
Tiksee na guddisee ijoollummaakoo Abbaa naaf ta'eeto Mikaa'el abbaankoo Anaaf addadha Mikaa'el anaaf addadha Kochoosan haguugee manasatti kan guddiseedha ...
Dhiphachuun kee gooftaa koo garaa na nyaataa Oolmaan kee qaraaniyoo kan guyyaa jimmaata Ati unuuf jette fannoo jiidhaa baattee Iddoowwan shan si waraanannii ...
Fannootti olbaateka uumaa koo Nuuf jette kan Duute gooftaa koo Jaalala kee ibsite dhiifamaani Fayyisaa addunyaa araarani Sifannisani kaa gooftaa koo ...
Maariyaam nuti sii waamannaa Haadha Waaqa kotuu kotuu jennaa (2x) Yeroo rakkoo nama kan namaaf dhiphattuu Iddoo hir'uu keenyat ilmaa isheet kan himtuu (2x)...
By Web Master • Singer: F/taa Solomoon Dabalee
F/taa Solomoon Dabalee
F/taa D/n Garramuu Baay'isaa
F/taa Kuraa Haabtamuu
F/taa Damee Kabbadaa
F/taa D/n Adaanee Asrat
F/taa Dn Tafarraa Baqqalaa
F/tuu
F/taa Dn Yaared Baqqalaa
F/taa Dn Shaambal
F/taa D/n Gammachuu Guddinaa
F/taa D/n Geetuu Qoraasaa
F/taa Tafarraa Baqalaa
F/taa D/n Tafarraa Baqqalaa
F/tuu Maskeram Tilayee
F/taa D/n Dhiibbaa Waaqturaa
Various Artists
F/taa Daawwit Hayilee
D/n Waggaariifi Buzee
Get the latest lyrics and educational content delivered to your inbox.