Giyoorgiis jabaadhaa jabaadhaa baay'ee cimaadhaa/2/ Eyyee Wareegamaa gooftaatii×2 goota amantaatii/4/ Dhugaa dubbii Waaqaaf of kennee du'attii ...
Ati ati Beteliheem lafa Yihudaa Sirraatii dhalatee fayyisaan addunyaa Ulfina Addaamiifi………………….Beteliheemii Nagaa hundumaafi…………...
Tokko taatanii misirroonnii Fooniif dhiiga gooftan waloomtanii Iccittin kun guddaadha kan Samiidha Gaa’illi Eebbifamaadha Tokko yoo kufes tokko kaasa A...
Gaabbii diide lapheenkoo Kattaarra jabaatera. Gatii dhiigan nabituukee Oolmakee dagateera. Ati qajeelchi uumakoo Sagaleekeen qulqulleessi. Isaa darbee ...
Nagaan kee har'adha Iyyerusaalemi Gara kee dhufeera waaqni bara baraa waaqni bara baraa Hoosa'inaa Aariyamitti jedhani faarsani Ijoollonni Iyyerusaalemit...
By Web Master • Singer: F/taa Solomoon Dabalee
F/taa D/n Barsan Abdiisaa
Various Artists
F/taa Luba Buzalem Gimbaar
F/taa Muluken Abiyot
Get the latest lyrics and educational content delivered to your inbox.