Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Tokkummaa nuuf kenni yaa Gooftaa yaadan tokko taana (2) Akka Duuka bu'oota keetii sii wajjin jiraanna Akka duuka bu'oota keeti Afuura keen jabaanna Akka Duungoo baquun Addunyaaf ifanii Dadhaaba fakkatan osoo humna qabanii Iyyasuu...
F/ttuu Warqinesh Asfaw
Maaloo yaa Waaqayyoo uumaa keenyaa Fayyuu didem kunoo madaan keenyaa Galaanichi cubbuu dide guutee...
Hin dukkanna'uu abdiin koo Utoon sin qabu Waaqa koo Iddoon kufeetti hin hafuu nan ka'aa Qabsoo ji...
F/taa D/n Mahaarii Kiroos
Naa caalee yaa gooftaa oolmaan kee Akkamiin deebisuu gatii kee Naa moo’ateerra hoo jaalalli kee ...
F/taa D/n Adaanee Asrat
Guddinnaa kee ulfinnaa keen odeessaa Jaalalaa kee argee akkamitaan dhisaa Wangeellaa kee addunyaaf...
F/ttuu Tigist Nagaash
Ulfinni kee guddaa Abbaa hundaa Hunduma irratti aangoo qabda Iyyesuus Kiristoos oolmaa nurra qabda...
Foon koo lubbuu koo maalif mitaa(2) Laguuf kadhannaa dhoorkitteeta(2) Har’aaf bare...
F/taa Dn Gammachis Bultii
Araarrikee baayeedha dhiifamnikee daangaa hin qabu(2) Harka keerratti kufuu nuuf wayya ya gooftaa ...
F/ttuu Yeroom Mekonnin
Abjuu badee hin hafne mul'ata ifee ba'u Kaayyoo dhugaan qabaa galaa kan naaf ta'u Gooftaa laphee k...
F/taa Tolaa
Nan yaadadha hin dagadhu Garaa kamiin irraanfadhu Jaalala keef umuriin koo Aarsa ta'uu imimmaan k...