Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Abbaan gatii malee Kan nama jaallatu sabootasaaf ergee ilmasaa jaallatu Tiksee hoolotaatii kan balbala banu Afuura qulqulluun Kan nuti jiraannu Afuura nuuf ergi yaa Abbaa jaalalaa Icciitiis nutti himi jechoota wangeelaa Addunyaa Kan hunda fed...
F/taa D/n Daawit Diriba
Jaalalli samiirraa harkisee si buusee Ilmaan Addaam hunduu si gaddisiisee Hidhaa cubbuurraatti dhi...
F/taa d/n Caalaa Tuulii
Maaloo naa dhaga'i uumaa koo Si duwwaadha naf abdiin koo Jaalala keettu nan na dhiba Dubbatame ...
F/ttuu Warqinesh Asfaw
Maaloo yaa Waaqayyoo uumaa keenyaa Fayyuu didem kunoo madaan keenyaa Galaanichi cubbuu dide guutee...
Hin dukkanna'uu abdiin koo Utoon sin qabu Waaqa koo Iddoon kufeetti hin hafuu nan ka'aa Qabsoo ji...
F/taa D/n Mahaarii Kiroos
Naa caalee yaa gooftaa oolmaan kee Akkamiin deebisuu gatii kee Naa moo’ateerra hoo jaalalli kee ...
F/taa D/n Adaanee Asrat
Guddinnaa kee ulfinnaa keen odeessaa Jaalalaa kee argee akkamitaan dhisaa Wangeellaa kee addunyaaf...
F/ttuu Tigist Nagaash
Ulfinni kee guddaa Abbaa hundaa Hunduma irratti aangoo qabda Iyyesuus Kiristoos oolmaa nurra qabda...
Foon koo lubbuu koo maalif mitaa(2) Laguuf kadhannaa dhoorkitteeta(2) Har’aaf bare...
F/taa Dn Gammachis Bultii
Araarrikee baayeedha dhiifamnikee daangaa hin qabu(2) Harka keerratti kufuu nuuf wayya ya gooftaa ...