Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Tokkummaa nuuf kenni yaa Gooftaa yaadan tokko taana (2) Akka Duuka bu'oota keetii sii wajjin jiraanna Akka duuka bu'oota keeti Afuura keen jabaanna Akka Duungoo baquun Addunyaaf ifanii Dadhaaba fakkatan osoo humna qabanii Iyyasuu...
F/taa Kuraa Haabtamuu
Lolli maaf natti ka’a Lola dhugaanoo qaba Harkasaat na wajjinii diinni koo maaf dadhabaa Dubbadh...
F/taa Dn Shaambal
Maal ta'a osoo taane akkuma Saloomee Si waliin godaannee galataaf dhaabbanne Maal ta'a osoo taane ...
F/taa D/n Gammachuu Guddinaa
Galata koo Waaqaf Nan Dhiyeessaa Bultoo isaattii seenen Isaafin Sagadaa Eelshaadayiidhaa Gooftan...
F/taa D/n Geetuu Qoraasaa
Kana Caalaa Maal godhin sin jedha Kanan olis ani maalan fedha Afaan na qabachiisem ana Yaadhe gar...
F/taa D/n Dhiibbaa Waaqturaa
Umrii koo naaf eebbisi bara gaabbii koo Kan diina koo akka hin taane galgalli kan koo An harka kee...
Maqaa saa faarfachuun (nuyiif gammachuudha)×2 diinaaf qaana'uudha Galata Waaqayyoo yeroo hundum...
F/taa Daawwit Hayilee
Karaaf dhugaan jireenyi ilmaan namaa Si qofaadha fayyinni yeroo hundumaa Si waaqessuuf faarsaakoon...
F/ttuu Werkinesh Asfaw
Ani eenyu Gooftaa kan siin jaalatamee Ija araara keen dhiifaman laalamee Tola keen Gooftaa koo fay...
F/taa Solomoon Dabalee
Abbaan gatii malee Kan nama jaallatu sabootasaaf ergee ilmasaa jaallatu Tiksee hoolotaatii kan bal...